Joshua 6:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani waan worra lamaani dooyaa yae kaaniini jed'e, Beena mana sharmut'iti isani d'ossite taani d'aqa, isiifi fiit'a isiile ch'ufa gafuud'a, akuma qara jettanini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunillee namoota lamaan lafa gaadaniin «Gara mana dubartittii seebartittii sanii seena'aa isi'ii fi waan isiin qabdu maraa akkuma isi'ii kakattanitti achii baasaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun achiin duuba dootuu lamaaniin, «Gara mana namittii sagaagaltuu sanii dhaqa'aatii, akkuma isi'iif kakattanetti isi'ii fi worra isii woliin mana isi'ii keessa jiru baasa'a» jedhe.