Joshua 6:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri yae, Rahabufi abbaafi haad'afi oboleyaani isiitiifi fiit'a isii ch'ufaani d'ufe. Worri nama isii ch'ufafi tissele worrale ch'ufa fuud'e d'aatu olla Israeliti qubsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen gaaddotaa sunniinillee gara mana isi'ii seenanii Ra'aabiin abba'aa fi haadha isi'ii, obboleewwan isi'ii, fira isi'iitii fi waan isiin qabdu maraa achii baasanii ganda Israa'eliitiin ala akka jiraatan godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan deemanee abbaa isi'ii, haadha isi'ii, obboleeyyan isi'iitii fi worra isii woliin jiru mara baasane; maatii isi'iille mara fidanee quttuma Israa'elootaatiin ala qubachiisane.