Joshua 6:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba AABBO Waaqi Yoshua waan ch'ufa keesa qarqaare, gurri isaa lafa ch'ufa gahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan Iyyaasuu woliin jiruuf inni biyya maraa irratti gurra baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa Iyaasuu woliin jiraayyu; gurri isaalle lafa san duudii keessatti dhage'ame.