Joshua 6:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni torba ta magalataani yaatu ha Sanduqa Wold'aqisa dura yaatu. Guyya torbeeso, ato qaaloleeni magalata suni d'ooftu, siifi askartini tante maro torba dira ira mara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadoonni torbaa worri xurumbaa torbaa qabatan saanduuqa waada'aa afo'otti firrisanii deemanii woliin haa baadhatanii; guyyaa torbeesso'ootitti qachattii hennaa torba naannayaa'a; worri gadootaa xurumbaa haa afuufanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti torba tultullaa gaafa korbeeyyii hoole'ee torba qabattee, Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraatiin dura deentuu ti. Guyyaa torbeesso'ootitti hayyooti tultullaa afuuttuun, atii fi loltooti teeti qachaa san yennaa torba cinaa mara'a.