Joshua 6:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan inni biyyaani jed'e, Beena yaa, dira ira mara, worri lola ha Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa dura dabruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bani'iinillee «Deema'aa qachattii naannayaa'a; worri duulaa garuu saanduuqa waadaa Rabbii afoo haa deemanii» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolba'aan, «Deema'aatii, qachaa gogeessaan marsa'a; worri meya lolaa hidhate Saanduqa Gondooroo Mootii Waan Maraatiin dura deemuu ti» jedhe.