Joshua 6:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akuma Yoshuani biyyaani jed'e qaaloleeni torba ta magalataani yaatu Sanduqa Wold'aqisa AABBO Waaqa dura magalata d'aa yaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Iyyaasuun bani'itti hime gadoonni torbaa xurumbaa torbaa qabatanii Rabbiin afoo deema'aa xurumbaa afuufan; saanduundhi waadaa Rabbii isaan faanaa deema'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun kolba'atti dubbateen duuba, hayyooti torba worri Mootii Waan Maraatiin dura tultullaa gaafa korbeeyyii hoole'ee torba qabatee deemu, tultullaa san afuufaa dura deemane; Saanduqi Gondooroo Mootii Waan Maraalle isaan gula deeme.