Joshua 7:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gari seera AABBO Waaqa ka inni, dira Yeriko keesa waan balleesu malani infud'atina jed'e inguunne. Nami toko ka maqaani Akani seera suni guutu dide AABBO Waaqa gosa Israeliti dallansiise. (Akaniini ilma Karmi, ka ilma Zabdi, ka balbala Zera ta gosa Yuda.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen Israa'elii waan hirmii ta'een Rabbiin yakkan; Akaaniin gosa Yihuuda'aa ilmi Karmi'ii, ilmi Zambariitii fi ilmi Zaara'aa waan battii ta'e fudhannaan Rabbi guddisee ijoollee Israa'eliititti aare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii waan Mootii Waan Maraatiif murteeffame fudhatiisaan addatamummaa dhadde; gosa Yihuda'aa keessaa Akaaniin ilmi Karmii, akaakoon Zabdii, abuuboon Zaara'aa waan Mootii Waan Maraatiif murteeffame irraa waan fudhateef, Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'eliititti guddoo aare.