Joshua 7:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ya ch'ubbame! Worri wold'ageeti nu wold'ageenne ch'abse waan balleesu malani ka gari fud'ate. Worri ya kiyyibe waan suni hate, miha worraatini woliini olnaqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii yakkaniiran; waadaa akka isaan eeganiif ani isaanii kennellee diiganiiran; waan battii ta'e fudhatanii, hatanii sobanii meeshaa ufii keessatti dhossan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii cubbuu hujjeerti! Gondooroo tiyya ta ani akka eegattuuf ajaje diiddeerti. Waan ana Mootii Waan Maraatiif murteeffame irraa fudhattee, hattee, soddee karra ifii wolille'een keyatteerti.