Joshua 7:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Israeliini nyaapa ufi dura eju indandeenne: Ammalle waan badi iti muranifi worri nyaapa ufi duraa baqata. Anini amma deebie isani woliini intau, haga isani waan infuud'ina jed'ani balleesitaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf ijoolleen Israa'elii diina ufii jala dhaabachuu hin danda'an; isaan worra abaaraman waan ta'aniif diina ufii jalaa dheessan; waan battii ta'e uf jiddu'uu yoo balleessuu baattan, asiin maayessa ani isin woliin hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf kolbaan Israa'elii diinota ifii dura dhaabbatuu hin dandeenne; akka woreegamanu ana Mootii Waan Maraatiif waan murteeffamaneef, isaan diinota ifii duraa baqatan. Waan akka badduuf ani murteesse yoo balleessitane malee, ani deebi'ee isin woliin hin jiraadhu.