Joshua 7:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kai, biyya qulqulleesi, waan jettuuni, Bori kurfaa ufi qulqulleesa, anini AABBO Waaqi Israeli, waan kana isaniini jed'a, Worra Israeli, isani waan gari ka anini balleesa isaniini jed'e, ya guuratani. Haga waan kana balleesitaniti isani dandeetani nyaapa keesani dura inejitani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka'iitii banii kana woyyoomsi; akkana isaaniin jedhi ‹Israa'el wonti battiin isin wodhakkaa jira; haga isin waan battii ta'e jidduu keessanii balleessitanitti diina keessan jala dhaabachuu hin dandeettan› jedhee Rabbi Waandhi Israa'elii waan dubbateeruuf isin haga boruutitti woyyoomaa'a!› isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka'iitii kolbaa qulleessi! ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii: Ee Israa'el! Wonni Mootii Waan Maraatiif murteeffame odduu teessan jira. Waan Mootii Waan Maraatiif murteeffame kana odduu teessanii haga baattanutti diinota keessan dura dhaabbatuu hin dandeettanu; boruuf ifi qulleessa'a.