Joshua 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami anini keesa filad'e, ka miha balleesu malani sunini argani, isaafi worra isaatiifi waan inni qabule ch'ufa woliini ha gubbaniti, waan worri waan ch'eera hamtu Israelitini d'ufe wold'ageeti teenna ch'abseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni wonti battiin isa irratti argame, waadaa Rabbii diigee Israa'eliin keessatti waan yakka hojjateef, inninii fi wonti inni qabu maruu ibiddaan haa gubamanii»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami wonni Mootii Waan Maraatiif murteeffame biratti dhaggame, Gondooroo Mootii Waan Maraa diigee, salphinna hamaa kolbaa Israa'elii keessatti waan godheef, innii fi wonni inni qabu marti gubamuu ti› jedhii isaanitti himi» jedhe.