Joshua 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni gosa Yuda balbala balbalaani d'ufeeni, balbala Zera keesaa fuud'ani, balbala Zera suni worra worraani fuud'ani, duuba worra Zabdi keesaa baasani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Zaara'aa addatti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun gosa Yihuda'aa golii maatii maati'iitiin duratti dhikeessee, isaan keessaa Waaqi golii maatii Zaara'aa file. Achiin duuba maatiin Zaara'aa duudiin duratti dhikaattee, Waaqi maatii Zabdii file.