Joshua 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani nama d'iira ka gari dira Yerikoti dira Ai, ka dira Bethelitiini ilaboru ka d'aatu Beth-Areniti erge, lafa ch'ufa dooyaad'a jed'eeni. Worri waan taha jed'aniini suni tahe, jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun «Gaayii» Beeteeliin irraa gara baya biiftu'uu jirtuu ta Beeti'aweeniitiin laddaa namoota Iyyaariko'oo ergee; baya'aatii lafattii san gaadaa'a jedhee isaanitti dubbate; namoonnillee bayanii Gaayiin gaadanii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun qachaa Yeriko'ootii gara qachaa Aayii ka Bet'el irraa gara aduun baatu, qachaa Bet-Aweenii bira jirutti namoota ergee, «Ol baya'aatii lafa dooya'a» jedhe; namootille ol bayanee qachaa Aayii dooyane.