Joshua 7:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuani nama erge, worri suni gara waaro orie, waan Akaniini hate kaani, ka waaro keesati qarsi jala aansani d'ossani, argani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyaasuun namoota erge; isaanillee gara daase'ee dhaqanii waan inni hatee dhosse daasee keessatti argan; birriin, meeshaa hirmi'ii ka awwaalame sanniin maraayyuu jalatti argame;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun ergantoota erge; isaanille gara dunkaana isaa rukkisanee mey dunkaana keessatti awwaalamee, meetiin jalaan jirtuun dhaggane.