Joshua 7:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuafi worri Israeli ch'ufti Akani ilma Zeratifi waan inni hate kaani, qarsi woya, worqi, ammalle nad'eenifi ijoolle isaa ta d'iiratifi ta dubrale, loonifi harreefi reefi waaro isaatiifi waan inni qabu ch'ufa bale Akori geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunii fi worri Israa'elii maruu ilma Zaara'aa Akaaniin birrii isaa, kaabbaa, worqii, ijoollee isaa ta dhiiraatii fi ta intalaa, sangoota, harriin, hoolota, waan daasee keessa jiru maraa fuudhanii gara dhooqa Aakoorii isaan fidan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Iyaasu'uu fi Israa'elooti duudiin Aakaanii ilma Zaara'aa, meetii, geellaa, Worqii cittuu, ilmaan isaatii fi ijoollee durraa ta isaa, loon, harree, hoolee, dunkaana isaatii fi waan inni qabu mara fuudhanee gara dhooqa rakko'ootitti geessane.