Joshua 7:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'akha irati tuule d'akhaani sunini haga arrale achuma jira. Tanaafi fulla sunini laga gaargala jed'ani, Duuba AABBO Waaqi worrati indallanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee isa itti guban irratti dhagaa guddaa haga adhaa mudhatu tuullaan Rabbillee lola irraa deebi'e; kanaaf maqaan hulee sanii haga adhaa dhooqa Aakoorii jedhamee waamama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aakaanii gubame irratti tuulaa dhaka'aa guddoo itti tuulane; tuulaan dhaka'aa sun haga adhaalle jirti. Mootiin Waan Maraalle aaree gubatiisa lakkise. Tanaaf addeen sun haga adhaalle, «Dhooqa rakko'oo » jedhanti.