Joshua 7:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuati dachae waan jed'eeni, Wonti nami ch'ufti Ai had'uufi injirtu, d'iirti kuma lama yokhaani ta kuma sadi ingeeti, askarti ch'ufa inerginu diri sunini waan diqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara Iyyaasu'uu deebi'anii «Namoonni kumni lamaa yookaan kumni sadihii bayee Gaayitti haa duuluu malee baniin maruu akka hin duulle; sababaanillee «Isaan banii hagoo waan ta'aniif baniin maruu bayee akka hin dadhabne» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan gara Iyaasu'uu deebi'anee, «Worri Aayii diqqaa waan te'eef, isaan injifatiisaaf nama mara itti duulchisuu hin barbaachisu; akka adhanuuf namoota kuma lama yookiin kuma sad qofa itti ergi; kolbaan Aayii diqqoo waan teeteef loltoota mara hin dadhassiisin» jedhaneen.