Joshua 7:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'iira, ka dira Ai, worra Israeli suni haguma fulla fulloti reebe fulla ch'irracha qotanifi tokooni baase kara gaara iraa buu keesati nama sodomi jaa keesaa fit'e. Jennaani worri Israeli mudame bisaani naqate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namoonni Gaayii isaan keessaa namoota haga soddomii jahaa dhayan; hulee san irraa haga Shebaariimii gooddaa gad ari'anii isaaniin lolan; worri Israa'eliillee naasu'uun onneen isaanii baxxee akka bisaanii taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti qachaa Aayii karra qacha'aatii haga Shebaariimiititti Israa'eloota ari'anee, irraa gadee irratti namoota soddomii jaa ijjeesane. Achiin duuba gadhaan kolbaa Israa'elii akka gaga'aa baqeera.