Joshua 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti kanaanitiifi nami lafa tana keesa jiru ch'ufti waan kana d'agaye, amma tana nu marse nu ch'ufa fit'a! Atini duuba maani tolchita aka gurra kanke badi d'owartu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Kana'aaniitii fi worri biyya san keessa jiraatan maruu dhagayanii nu marsanii maqaa keenna lafa irraa balleessan; ulfinna maqaa kee guddaa kanaatiif wonti ati gootu maali'i?» jedhee kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Kana'aanotaatii fi worri lafa san keessa jiru duudiin marroo waan kanaa hin dhage'an. Isaan nu duudii marsanee, lafa irraa nu hin balleessan. Maqaa guddaa keetiif jettee maan goota ree?» jedhe.