Joshua 8:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, askarti ch'ufa fud'ad'i, dira Ai d'aqi. Sodaatte garaa ilaafini; anati jabeenna sii kenna, aka atini hayyu Aitifi nama isaatiifi dira isaale dabsate, lafti sunini tante taatu si tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Iyyaasu'uun, «Hin sodaatin, hin nayin, loltoota tee maraa qabadhuutii gara Gaayii dhaqii laalii mootii Gaayiitii fi banii qachaa sanii, biyya san maraa dabarsee sii kenneera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Iyaasu'uun, «Hin sodaatin! Gadhaa hin guurin! Loltoota teeti duudii fudhadhuutii gara qachaa Aayii ol bayi; kunoo ani mootii qachaa Aayii, kolbaa isaa, qachaa isaatii fi lafa isaa harka keetitti dabarsee kennaara.