Joshua 8:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni askarti kuma shani fuud'e, fulla iti d'okhatani, ta diraani ila adu, jiddu Aifi Betheli geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun haga namoota kuma shanii fuudhee Beeteelii fi Gaayiin jidduu karaa dhiyaatiin qachattii keessatti isaan dhosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun namoota gara kuma shanii fuudhee, akka isaan riphanee eeganuuf qachaa Aayii irraa gara aduun seentutti Bet'elii fi Aayi odduu keye.