Joshua 8:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba askarti fulla bulto guddo ta diraani mirga had'iisa kurfeesani, askarti haga gari diraani ila aduu lakisani. Yoshuani halkani suni balee keesa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoota qachattii keessa karaa mirgaatiin kaaye maraa, banii qachattii keessa karaa bita'aatiin dhossan, Iyyaasuun galgaluma san gara dhooqaa dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loltoota garii qachaa irraa gara kaabaatitti, ka hafane gara aduun seentutti addee qabachiisane. Iyaasuun ammoo halkan san dhooqa keessa bule.