Joshua 8:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuafi askartini isaa aka waan baqatani ufi tolchani lafa gamoojiti oriani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunii fi worri Israa'elii maruu akka waan mooyatamaniititti isaan jalaa gara lafa gammoojji'ii dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasu'uu fi kolbaan Israa'elii duudiin waan injifatamane ifi fakkeessanee gara goomole'ee baqatane.