Joshua 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nama dira Ai keesa jiru ch'ufa wolti yaamani aka worra Yoshua reebani, ammalle reebu suni keesa dira iraa guddo fagaatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni qachattii keessaa maruu isaan ari'u'uuf waamamanii Iyyaasuu uduu ari'an qachattii irraa akka fagaatan godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti qachaa Aayii duudiin akka isaan ari'anuuf waamamane; isaanille adoo Iyaasuu ari'anuu qachaa irraa fagaatane.