Joshua 8:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, Woraana kanke gara dira Ai qabi, anini dira suni sii kenna. Duuba Yoshuani woraana ufi gara dira Ai suni qabe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi Iyyaasu'uun, «Gaayiin dabarsee waan sii kennuuf sibiila harkaa qabdu itti qajeelchi» jedheen; Iyyaasuunillee sibiila harkaa qabu qachatti'itti qajeelche.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqi Iyaasu'uun, «Eboo teeti gara qachaa Aayii qabi; ani qachaa kana harka keetitti dabarsee kennaara» jedhe; Iyaasuulle eboo ifii gara qachaa Aayii qabe.