Joshua 8:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma atini Yerikofi hayyu isaa tolchite dira Aitifi hayyu isaale tolchi, ammo maro tana loonifi waan worri qabu ch'ufa boojia. Dira duddaduubani gaadi had'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma Iyyaariko'oo fi mootii Iyyaariko'oo goote, Gaayii fi mootii kanallee hin goota, boojuu isi'iitii fi horii isi'ii garuu hin saamtan; qachattii duubatti loltoota dhossa'aan kaayi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma qachaa Yeriko'ootii fi mootii qachaa Yeriko'oo goote, qachaa Aayiitii fi mootii qachaa saniille akkasuma hin goota; ammoo hori'ii fi waan qachaa keessaa boojitu ifiif fudhadhu; loltoota teeti keessaa garii qachaa duubaan kushee qabachiisi» jedhe.