Joshua 8:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuafi askartini isaa aka askartini worra ta gari dira Ai fud'ate gubde arginaani, worrileeni deebie askarti Ai ch'ufa hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuunii fi worri Israa'elii maruu akkuma worri riphaniiran qachattii qabaniin aarri qachatti'iillee gara sami'ii akka ol aara'aaru hennaa argan uf irra gara galanii namoota Gaayii ajjeessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasu'uu fi kolbaan Israa'elii duudiin, worri kushee qabatee riphe akka qachaa qabatee fi aarri qachaa keessaa akka ol ka'e yennaa dhaggane, garagalanee worra qachaa Aayii adhane.