Joshua 8:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli nyaapa ufi ka haga lafa gamoojiti reebe kaani goraadeeni fit'e. Jennaani dira Aiti deebiani, nama dira suni keesati hafele ch'ufa goraadeeni hobaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Gaayii worri Israa'eliin fixu'uuf deeman maraa lafa raasa'aa gammoojjii keessatti haga fixaniin maayessa, haga isaan dhumanitti guraade'een haga fixaniin maayessa, worri Israa'elii maruu gara Gaayii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Israa'elii, namoota qachaa Aayii worra isaan ari'uu dhaqe duudii goomolee keessatti nami tokkolle adoo hin hafin shallaaga'aan ijjeesanee fixane. Achiin duuba gara qachaa Aayii deebi'anee worra achi keessaa duudii shallaaga'aan ijjeesane.