Joshua 8:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani Yoshuani Ai gube daara tolche haga arrale oni sunini akasuma jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun Gaayiin gubee haga adhaa qachattiin sun diiggamtee baraa haga bara baraa ona taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun qachaa Aayii gubee, akka tuulamu godhe. Qachaan sun haga adha akkasuma jira.