Joshua 8:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuani askarti isaa ch'ufa woliini dira Ai d'aqisa kurfefate. Inni askarti isaa nama kuma sodoma dadansa halkaniini erge
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasu'uu fi loltoonni maruu gara Gaayii bawu'uuf ka'an; Iyyaasuun namoota jajjabaa kuma soddomaa filee halkaniin ergee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun loltoota ifii duudii woliin qachaa Aayii loliisaaf ka'e. Inni loltoota ifii worra irra jajjabaa kuma soddoma filee halkaniin ergee,