Joshua 8:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma hojattuuni AABBO Waaqa Musani worra Israelitini jed'e, aka kitaaba Seera Musa keesati t'aafani: fulla suni d'akha sibiilani imboch'iniini mid'aasani, irati hori gubani. Sorio AABBO Waaqa baasanifi, sorio d'ibi ta wold'ageetile irati baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma garbichi Rabbii Muuseen ijoollee Israa'elii ajajetti, akkuma kitaaba seera Muuse'ee irratti barreeffametti huleen ciinca'aa dhagaa hin woqaramnee fi ka sibiilli hin tundhe irratti ciincaa ciincawu Rabbii dhiyeessan; ciincaa fayyumma'aallee hin ciinceessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun akka Muuseen tajaajilaan Waaqaa kolbaa Israa'elootaa ajajee fi akka kitaaba Seera Muuse'ee keessatti barreeffantetti, dhakaa hin bocaminii fi ka mey sibiilaa hin tuqin irraa addee ciinca'aa huje. Isaan achi irratti ciinca'aa fi woreega tokkumma'aa Mootii Waan Maraatiif dhikeessane.