Joshua 8:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Dira gama kaaniti d'okhad'a, ammo iraa infagaatina; had'iisa kurfefad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qachaa duubatti dhokadhaa'a; qachattii irraa hin fagaatinaa'a; isin maruu qophaayaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan ajajee, «Miidhassa'aa caqasa'a. Qacha'aan duubatti kushee qabadha'aatii loliisaaf qophowa'a malee, irraa guddoo hin fagaatina'a.