Joshua 8:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri haga nu dira keesaa baanuti nu reeba, waan nu aka gaafa qara kaani nu worra baqannu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka duraan isaan jalaa dheessine sanitti waan isaan jalaa dheessinu seeyanii qachattii keessaa bayanii haga fagaatanitti nu faanaa deeman; nullee isaan jalaa dheessina.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ‹Akkuma durii nu duraa baqataaran› jedhanee, qachaa keessaa haga isaan fageessinutti nu ari'an.