Joshua 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yoshuani fulla iti d'okhataniti, ta Ai ila adu, ta jiddu Aitifi Betheli, worra erge achiti eega jed'eeni. Ammo Yoshuani halkani suni olla keesa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Iyyaasuun isaan erge, isaanillee gara hulee itti dhokatanii dhaqanii Gaayii fi Beeteeliin jidduu ladda Gaayii karaa bita'aatiin riphanii taa'an; Iyyaasuun garuu halkan san banii woliin bule.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun erge; isaanille addee san dhaqanee, qachaa Aayii irraa gara aduun seentuun qachaa Aayiitii fi Bet'elii oddu'utti riphanee eegane; Iyaasuun ammoo halkan san loltoota hafane kaan bira bule.