Joshua 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti galaana Yordanitini ila adu, ta lafa golbo ta gaareeni: teetufi ta afaani baariini gudda haga lafa Lebanoni teetuleeni. Hayyooti Hititifi ta Amoritifi ta Perezitifi ta Hivitifi ta Yebusileeni waan kana d'ageete,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni Keexotaa, Amoorotaa, Kana'aanotaa, Feerzotaa, Eewwotaa, Iyyaabusootaa, laga Yoordaanosii gama lafa onaa ka gaaraa qaccee galaanaa guddaa Meditiraaniyaanii Libaanosiin afoo jiran haga waan kana dhagayan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Moototi Yordaanos irraa gara aduun seentuu ta biyya koobitti'ii, biyya gammoojji'iitii fi qarqara Abbaayaa Mediteraaniya'aa haga kaaba Libaanoniititti jiranu, moototi Heetotaa, Amoorotaa, Kana'aanotaa, Pheriizotaa, Hiiwotaatii fi Yibusootaa duudiin waan kana yennaa dhage'ane,