Joshua 9:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan inni hayyoota lamaani Amori, ta Yordanini ila boru, tolche; hayyicha Sioni jed'ani ka Heshbonitifi hayyicha Ogu jed'ani ka Bashani, ta lafa Ashtarothi teetu ya d'ageenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mootota Amoorotaatii fi mootii Haseboonii Seewooniin mootii Baasaanii ka Astaarootiin keessa ture ka Hasebooniin keessa jiru Aagiin laga Yoordaanosiitiin gamatti waan godhe maraa dhageenneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan inni mootota Amoorotaa lamaan worra laga Yordaanosii irraa gara aduun baatu jiranu, Sihoonii mootii Heshibooniitii fi Oogii mootii Baashaanii ka qachaa Ashtaaroo le'anu godhe duudiille dhageenneerra.