Joshua 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaaroleeni teennafi nami lafa teenna ch'ufti woreega fud'ad'a worra Israeli fuula keesa yaa nuuni jed'e. Duuba waan jettanini, Nu hojattu teesani koota, nagaya dubbanne wold'anna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaarsonni keenna, worri biyya keenna keessa jiraatan maruu imala deemtaniif dhalee harkatti qabadhaa'a; gara isaanii dhaqaa'a; nu garboota teessanii ammallee nu woliin waadaa galaa'a isaaniin jedhaa'a» nuun jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaarsoleen teennaa fi worri biyya teenna keessa le'u duudiin nu'uun, ‹Deensa kara'aatiif galaa qabadha'aatii, gara Israa'elootaa deema'aatii isaaniin wol dhagga'a; isaanille'een, «Nuuti tajaajiltoota teessan; kowa'a wol gondoorra» › jedha'a.