Joshua 9:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me qit'a keenna kana laala; gaafa woreega tolfanne mana keenna baaneeni owa, amma ya goge damansae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa gara keessan dhufu'uuf kaane, buddeena kana dhalee oo'aa qabannee turre amma garuu nu jalaa aararraayee goge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daabboo teenna ilaala'a. Yennaa nuuti isiniin wol dhaggiisaaf mana keennaa qabannee baane o'itu'u. Amma ammoo, akka isiin goddee buullansootte ilaala'a!