Joshua 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa nu gorjo tana daad'i iti nand'e guunne isiini hareeti, ammo amma laala ya ch'ich'ite. Woyaafi kobeeni ya deemma d'eertu tanaani hobaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qalqallan daadhi'ii kunniin hennaa inni haarawaa itti nandheerra; amma garuu nu jalaa dhooye, karaan waan guddisee fagoo ta'eef uffanni keennaa fi kopheen keennallee nu jalaa moofeera» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalqallooti daadhii woyni'ii kana yennaa itti guutanne haareya; amma kunoo tatarsa'eera. Karaa fagoo deemiisa keenna irraa ka ka'e woyaan teennaa fi kopheen teenna dulloonteerti» jedhane.