Joshua 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri Israeli, ka AABBO Waaqaani ingahatini, sagale worra iraa fud'ate nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii uduu Rabbiin hin gaafanne dhalee isaanii irraa fudhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti sagalee diqqoo jara irraa fudhatane malee, marroo waan kanaa fedha Waaqaa hin gaafanne.