Joshua 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Yoshuani nagaya worraani wolti buufate, ammalle wold'aqisa tolfatani worra boojie. Jaaroleeni aka wold'aqisa worra suni jabeesitu iti kakhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Iyyaasuun isaan woliin nagaya buusee isaaniin wolii galee akka jireennaan jiraatan isaan woliin waadaa gale; bulchoonni bani'iillee isaanii kakatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Iyaasuun akka isaan hin ijjeenne isaan woliin wol gondoore; jaarsoleen kolba'aalle gondooroo san eegiisaaf kakatte.