Joshua 9:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma waan taanu, maro kakhu teennatifi worra imboojina, aka nu abaarsa inarganne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kakuu isaanii kakanne saniif Rabbi akka nuun hin lolle nu homaa isaan hin goonu, lubbu'uun haa jiraatanii» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kakuu isaaniif kakanne diinnee mufiin Waaqaa akka nutti hin dhunne, kowa'a jiraatanuu lakkinna.