Joshua 9:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba jaaroleeni waan jette worra boojine worri qoraani nuu ch'abse bisaani nuu d'aqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonnillee lubbu'uun haa jiraatanii isaaniin jedhan. Akkuma bulchoonni isaaniin jedhan banii maraafuu worra qoraan cabsanii fi worra bisaan woraaban ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma sooreyyiin isaanitti murteessitetti jiraatanuu ti; ammoo qoraan biyyaaf cassaa, bisaan biyyaa woraabanuu ti» jedhane.