Joshua 9:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoshuani worra wolti yaame waan jed'eeni, Isani maafi ka d'io d'uftani fagoo d'ufne jettani nu sobdani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyaasuun isaan waamee «Isin hennaa nu woliin jiraattan maaf biyya fago'oo dhufne jettanii nu sobdan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Iyaasuun worra Giibe'onii waansisee, «Isin as dhikoo teenna adoo leetanuu, ‹Nuuti fago'oo dhunne› jettanee maaf nu soddane?