Joshua 9:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani akasi taatanifi Waaqi ya isani abaare, worri keesani haguma jiru tisse nuu tahe qoraani nuu ch'abse, bisaani Mana Waaqa kiyyati woraaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin amma worra abaarame isin keessaa mana gooftaa kiyyaatii garbichi qoraan cabsuu fi ka bisaan woraabu baraa haga bara baraa hin dhabamu» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tana waan gootaneef, Waaqi isin abaareera. Kolbaan teessan qoraan cassiisaa fi bisaan woraabiisaan, mana Waaqa kiyyaatiif haga bara baraa garboolee te'an» jedhe.