Joshua 9:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hataatu, inni tisse worra tolche, qoraani ch'absise, bisaani worra Israelitiifi huji sorioti woraabsise. Haga arrale worri hujuma fulla AABBO Waaqi fohate hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa san Iyyaasuun bani'iif hulee isaan filetti ciincaa Rabbiitiif worra qoraan cabsanii fi worra bisaan woraaban isaan godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafas Iyaasuun jara san qoraan cassaa, bisaan woraabaa, kolbaa Israa'eliitii fi addee ciincaa Mootii Waan Maraa akka tajaajilanu godhe. Isaan haga adhaa addee inni akka itti waaqonfamuuf filatetti hujii tana hujiisatti jiran.