Joshua 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri Gibeoni waan Yoshuani worra Yerikotifi worra Ai tolche d'ageennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Gabaa'oonii garuu waan Iyyaasuun Iyyaariko'oo fi Gaayiin irratti godhe hennaa dhagayan isaanillee isaan irratti dhara hojjatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri lafa Giibe'onii Hiiwoti ammoo, waan Iyaasuun qachaa Yeriko'ootii fi Aayii irratti godhe yennaa dhage'ane,