Joshua 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
fulla Yoshuani tau, ta Gilgali jed'ani, d'aqani waan Yoshuafi worra Israelitini jed'ani, nu lafa fagooti d'ufne, wold'ageeti isaniini woltolfachu feena, nuu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga waan kanniin godhanii raawwataniin maayessa, Gelgelaa hulee Iyyaasuun itti quphatee dhaqanii isaa fi worra Israa'eliitiin, «Biyya fago'oo dhufneerraa ammallee nu woliin waadaa galaa'a» isaaniin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan gara quttuma Iyaasu'uu Giilgal dhaqanee, Iyaasu'uu fi Israa'elootaan, «Nuuti isiniin firoomiisaaf lafa fago'ootiin dhunneerra, kowa'a wol gondoorra» jedhane.