Joshua 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan Yoshuani jed'e, Nu hojattu teeti. Yoshuani waan jed'eeni, Isani eenu kana? Eesaa d'uftani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan Iyyaasu'uun, «Nu garboota teeti» jedhaniin; Iyyaasuunillee, «Isin eennu fa'a? Eessaa dhuftan?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Iyaasu'uun, «Nuuti tajaajiltoota teeti» jedhane. Iyaasuun ammoo, «Isin eennu? Eessaa dhuttane» jedhee isaan gaafate.