Jude 1:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti kun ammoo waanuma hin hubanne arrassan; akka bineensota wo yaadanee gargar hin baannee, wonni isaan duuddittii yaada dhalootaatiin beekanu kun waan isaan balleessu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri kunini waan inhubanne arabsa, ammalle wonti worri aka bineensa suufe beekhu waan worra balleesa ch'alla.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii kun ammoo waan hubachuu dadhabe cufaa hin abaara; ammallee wantii warrii akka bineensa wa suufee beekuu waan warra balleessaa callaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin ammo worra hin beenne maraa hin arrabsan. Akka bineensota sammuu hin qabnee juu jedhanii woma beekaniin badan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kunniin ammoo worra hin beenne maraa hin arrabsan. Akka bineensota sammuu hin qabnee juu jedhanii woma beekanniin badan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni kunniin garuu hubachuu waan dadhaban maraafuu nama ni arrabissan, akka beeyiladoota sammuu uumamaan hin qabnee titti'llee, waanuma miira isaanii ka uumamaan beekan yoo jiraate'llee, isaan ni badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti kun ammoo waanuma hin hubanne arrassan; akka bineensota wo yaadanee gargar hin baannee, wonni isaan duuddittii yaada dhalootaatiin beekanu kun waan isaan balleessu.